منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 74 - Al-Muddaththir

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

74 - Al-Muddaththir Empty
مُساهمةموضوع: 74 - Al-Muddaththir   74 - Al-Muddaththir Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:49 pm

74 - Al-Muddaththir
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Yaa mammarataa!
(2) Ka'ii akeekkachiisi.
(3) Gooftaa keetis guddisi
(4) Uffata keetis qulqulleessi
(5) Taabotaanis oodi.
(6) Baay'ifannaa barbaachaaf hin arjoomin.
(7) Gooftaa keetiif obsi.
(8) Yeroo xurumbaa keessa afuufame;
(9) Sun, guyyaan gaafasii guyyaa rakkisaadha
(10) Kaafiroota irratti (guyyaa) laafaa miti
(11) Nama ani kophaa isa uumee wajjin (walitti) Na dhiisi;
(12) Kan Ani qabeenya bal'aas isaaf godhe;
(13) Ilmaan dhiiraa kan isa biratti argamanis;
(14) Bal'isuus kan Ani isaaf bal'ise;
(15) Ergasii akka Ani isaaf dabalus kan kajeelu;
(16) Haa dhorgamu! Inni keeyyattoota Keenya mormaa ture.
(17) Dhugumatti, rakkoo guddaattin isa dirqa.
(18) Inni ni xiinxale; ni tilmaames.
(19) Abaarame! Akkamumatti tilmaame?
(20) Ergasiis abaarame! Akkamumatti tilmaame?
(21) Ergasii ni ilaale
(22) Ergasii fuula guure; akkaan jijjiirame
(23) Ergasii gara gale; ni boone
(24) Ni jedhes: "(Qur'aanni) kun falfala (nama biraa) irraa waraabame qofa.
(25) Kun jecha namaa malee hin taane." 



74 - Al-Muddaththir 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

74 - Al-Muddaththir Empty
مُساهمةموضوع: رد: 74 - Al-Muddaththir   74 - Al-Muddaththir Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:50 pm


(26) Saqar isa seensisuufin jira
(27) Saqar maal akka ta'e maaltu si barsiise?
(28) (Foon) hin hambiftu (lafees) hin dhiiftu
(29) Gogaas gubduudha
(30) Ishee irra (waardiyyaa) kudha sagaltu jira.
(31) Eegdota Ibiddaas malaykota malee kan biraa hin gooneLakkoofsa isaaniis isaan kafaraniif qormaata, warri kitaaba kennaman akka mirkaneeffatan, warri amanan iimaana akka dabalatanuuf, warri kitaaba kennamaniifi mu'uminoonnis akka hin shakkinee,fi akka warri onnee isaanii keessa dhukkubni jiruufi kaafiroonni ‘Rabbiin (lakkoofsa) kanaan fakkeenya maalii fedhe’ jedhaniif malee kana hin gooneAkka kanatti Rabbiin nama fedhe jallisee nama fedhe immoo qajeelcha(Baay'ina) waraana Gooftaa keetiis Isa malee homtuu hin beekuIsheenis namaaf gorsa malee waan biraatii miti.
(32) Haa dhorgamu! Ji'attin kakadha!
(33) Halkaniinis; yeroo inni deeme.
(34) Bariidhaanis yeroo inni ife.
(35) Dhugumatti, isheen (saqar) tokkoo (rakkoolee) gurgurddooti.
(36) Namaaf akeekkachiiftuudha.
(37) Nama isin irraa (hojii gaariidhaan) fuulduratti deemuu, yookiin duubatti hafuu fedheef (akeekkachiistuu dha).
(38) Lubbuun hundi waan hojjatteen qabamtuudha
(39) Warra mirgaa malee.
(40) (Isaan) jannata keessatti wal gaggaafatu.
(41) Yakkamtoota irraa (wal gaafatu).
(42) "Maaltu Saqariin keessa isin seensise?" (isaanin jedhu)
(43) Ni jedhan: "nuti warra salaatan irraa hin turre.
(44) Hiyyeeyyii kan nyaachifnus hin turre;
(45) Warra (hamtuu) keessa seenuu wajjin seenaa turre;
(46) Guyyaa mindaas kan sobsiifnu turre;
(47) Hanga (duuti) mirkanaayaan nutti dhufutti (haala kana irra turre)" (jedhu)
(48) Jaarsummaan (araarri) warra araarsanii isaan hin fayyadu.
(49) Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Qur'aanaa) irraa gara galoo ta'u?
(50) (Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu 



74 - Al-Muddaththir 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

74 - Al-Muddaththir Empty
مُساهمةموضوع: رد: 74 - Al-Muddaththir   74 - Al-Muddaththir Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:51 pm


(51) Leenca irraa kan baqatan.
(52) Inumaa namni isaan irraa ta'e hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha.
(53) Dhugumatti, (hin kennamanu) isaan Aakhirumaayyuu hin sodaatanu
(54) Dhugumatti, inni (Qur'aanni) gorsa
(55) Nama fedheetu isaan gorfama.
(56) Yoo Rabbiin fedhe malee hin gorfamanuInni (Rabbiin) kan sodaatamuu haqa godhatuufi Abbaa Araaramaati. 



74 - Al-Muddaththir 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
74 - Al-Muddaththir
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» Al-Muddaththir
» Al-Muddaththir
» Al-Muddaththir
» Al-Muddaththir
» Al-Muddaththir

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: