منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 78 - An-Naba

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

78 - An-Naba Empty
مُساهمةموضوع: 78 - An-Naba   78 - An-Naba Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:57 pm

78 - An-Naba
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) [Warri hin amanin] maal irraa wal gaafatuu?
(2) Oduu guddaa irraa [wal gaafatu
(3) Isa isaan isa keessatti wal dhaban [irraayi].
(4) Haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru
(5) Ammas haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru.
(6) Sila Nuti dachii firaasha hin goonee?
(7) Gaarreenis shikaala [hin goonee]?
(8) Cimdiis goonee isin uumne.
(9) Hirriba keessan boqonnaa goone.
(10) Halkan uffata goone.
(11) Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone.
(12) Gubbaa keessanittis [samii] jajjaboo torba ijaarre.
(13) Ifaa boba'aas uumne.
(14) Duumessa irraas bishaan dhangala'aa baay'ee buufne.
(15) Isaan fuduraafi marga baasuuf jecha [buufne]
(16) Ashaakiltii damee wal keessa seensifattes.
(17) Dhugumatti, guyyaan fooyamaa yeroo beellamamaa ta'e.
(18) [Guyyaan sun] guyyaa Garriin (xurumbaan) afuufamee isinis garee gareen dhuftanuudha.
(19) [Guyyaa] samiinillee banamtee hulaalee taatuudha.
(20) Gaarreenis deemsifamtee siribii (siribduu) taate.
(21) Dhugumatti jahannam waldaa taateetti
(22) Warra daangaa dabraniif iddoo deebiiti.
(23) Yeroo dheeraaf ishee keessa turu.
(24) Ishee keessatti qabbanas ta'ee dhugaatii hin dhandhamanu.
(25) Bishaan akkaan danfaafi malaa malee [dhugaatii biraa hin argatanu]



78 - An-Naba 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

78 - An-Naba Empty
مُساهمةموضوع: رد: 78 - An-Naba   78 - An-Naba Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:57 pm


(26) Mindaa wal madaalu [mindeeffaman].
(27) Isaan qormaata hin sodaatanu turan.
(28) Keeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan.
(29) Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne.
(30) “Dhandhamaa; azaaba malees isiniif hin daballu” [isaaniin jedhama].
(31) Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif milkiitu jira.
(32) Ashaakiltiifi inabatu [jira].
(33) Dubartoota harma guntuttuu hiriyaa ta'antu [jiru].
(34) Geeba (xoofoo) guutamtuu.
(35) Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhaga'anu.
(36) Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman].
(37) Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan ta'e [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin danda'anu.
(38) Guyyaa Jibriiliifi Maleykonni haala hiriiraniin dhaabbatan nama Rabbiin eeyyameefi dhugaa dubbate malee hin haasawanu.
(39) Sun guyyaa [dhufaatiin isaa] haqaatiNamni fedhe [hojii gaarii hojjachuun] gara Gooftaa isaatti deebii tolfata.
(40) Nuti adabbii dhihoo kan guyyaa namni waan harki lamaan isaa dabarfatte arguufi kaafirris "yaa hawwii kiyya! odoon biyyee ta’ee maal qaba" jedhu san isin sodaachifneerra.



78 - An-Naba 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
78 - An-Naba
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» An-Naba’
» AN NABA'
» 78 - An-Naba
» An-Naba’
» An-Naba’

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: