منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 55 - Ar-Rahmaan

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

55 - Ar-Rahmaan Empty
مُساهمةموضوع: 55 - Ar-Rahmaan   55 - Ar-Rahmaan Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:32 pm

55 - Ar-Rahmaan
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Ar-Rahmaan.
(2) Qur’aana barsiise.
(3) Nama ni uume.
(4) Haasa’a isa barsiise.
(5) Aduufi jiini qixa murtaa’een deemu.
(6) Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu.
(7) Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye.
(8) Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha.
(9) Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa.
(10) Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye.
(11) Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira.
(12) Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru.
(13) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(14) (Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume.
(15) Sheyxaana immoo boba’aa ibiddaa kan aara hin qabne irraa uume.
(16) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(17) (Rabbiin) Gooftaa baha lamaaniifi Gooftaa dhiha lamaaniiti.
(18) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(19) Galaanota lamaan kan wal qunnaman taasisee gadi lakkise.
(20) Gidduu isaanii dahootu jira; walitti hin makamanu.
(21) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(22) Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha.
(23) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(24) Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati.
(25) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?



55 - Ar-Rahmaan 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

55 - Ar-Rahmaan Empty
مُساهمةموضوع: رد: 55 - Ar-Rahmaan   55 - Ar-Rahmaan Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:33 pm


(26) Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama.
(27) Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa.
(28) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(29) Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira.
(30) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(31)   Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna.
(32) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(33) Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraaDandeettiin malee hin qaxxaamurtan.
(34) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(35) Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergamaErgasii of irraa dhorguu hin dandeessanu.
(36) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(37) Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate.
(38) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(39) Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu.
(40) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(41) Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu
(42) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(43) “Kun jahannam ishee yakkamtoonni sobsiisaa turaniidha” (jedhama).
(44) Gidduu isheetiifi gidduu bishaan akkaan danfaa ta’ee naanna’u.
(45) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(46) Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira.
(47) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(48) Kan dameewwan dhedheeroo qaban
(49) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(50) Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira. 



55 - Ar-Rahmaan 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

55 - Ar-Rahmaan Empty
مُساهمةموضوع: رد: 55 - Ar-Rahmaan   55 - Ar-Rahmaan Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:33 pm


(51) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(52) Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira.
(53) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(54) Afata hariira furdaan guutame irratti hirkatanii taa’uFuduraaleen jannata lamaanii dhihoodha.
(55) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(56) Isaan keessa (dubartoota bareeda) ija isaanii dhirsa isaanii irratti gabaabsan, kan san dura namniifi jinniin hin tuqintu jira.
(57) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(58) Faayaafi burjaana fakkaatu.
(59) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(60) Sila mindaan toltuu toltuu malee ni jiraa?
(61) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(62) Isaan lamaan malees jannata lamaatu jira.
(63) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(64) Magariisa gurraacha’aadha
(65) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(66) Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru.
(67) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(68) Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira.
(69) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(70) Isaan keessa gaggaarii, babbareedoo ta’antu jira.
(71) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(72) Dubartoota manneen keessatti (dhirsa irratti) gabaabfamantu jiru.
(73) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(74) Isaan dura namaafi jinniinis hin tuqne
(75) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(76) Afata magariisaafi boraatiiwwan babbareedoo irra hirkatanii taa’u.
(77) Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
(78) Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate.



55 - Ar-Rahmaan 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
55 - Ar-Rahmaan
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» 55 - Ar-Rahmaan
» 55 - Ar-Rahmaan
» 55 - Ar-Rahmaan
» 55. Ar-Rahmaan
» Ar-Rahmaan

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: