106 - Quraish
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Qurayshota barsiisuuf,
(2) Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse).
(3) Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu.
(4) Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse.