113 - Al-Falaq
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha.
(2) Hamtuu waan Inni uumee irraa,
(3) Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas,
(4) Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas,
(5) Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”