منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 79 - An-Naazi'aat

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

79 - An-Naazi'aat Empty
مُساهمةموضوع: 79 - An-Naazi'aat   79 - An-Naazi'aat Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:58 pm

79 - An-Naazi'aat
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) [Maleykaa lubbuu kaafiraa] humnaan buttuunin (kakadha).
(2) [Kan lubbuu mu’uminaa] luqqisuu suuta luqqiftuunis.
(3) [Kan ajaja Rabbii geessuuf] adeemuu demaniinis.
(4) Maleykota] dorgommii wal dorgomaniinis
(5) (Kan) ajaja Rabbii gara dachii geessaniininis (nan kakadha
(6) Guyyaa sochootuun [afuuffiin xurumbaa nama] sochooftu;
(7) Hordoftuutu (afuuffii biraatu) ishee hordofa.
(8) Onneen gariin guyyaa san rifattuudha.
(9) Ijji ishee salphattuudha.
(10) Ni jedhu: "sila nuti dhugumatti haala jireenya duriitti ni deebifamnaa?
(11) Sila erga lafee dhumte taanee moo?
(12) Yoo akkas ta'e sun deebii hoongooti" jedhan.
(13) Isheen iyya (afuuffii) tokko qofa.
(14) Yeroma san isaan gubbaa dachii irratti ta'u
(15) Sila haasofni waa’ee Muusaa sitti dhufee?
(16) Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe.
(17) Gara Fir'awn deemi; inni daangaa darbee jira.
(18) Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa?
(19) Akka sodaattuuf gara Gooftaa keetii si qajeelchutti (fedha qabdaa)."
(20) [Muusan] mallattoo guddaa isa (Fir'awniin) agarsiise.
(21) Inni (Fir’awn) sobsiisee faallesse.
(22) Ergasii ariifataa gara gale.
(23) Sana booda walitti qabee lallabe:
(24) “Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe.
(25) Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe. 



79 - An-Naazi'aat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

79 - An-Naazi'aat Empty
مُساهمةموضوع: رد: 79 - An-Naazi'aat   79 - An-Naazi'aat Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:59 pm


(26) Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira.
(27) Sila uumaa keessantu irra jabaata moo samii dha? Inni (Rabbiin) ishee ni ijaare.
(28) Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse.
(29) Halkan ishee dukkaneessee guyyaa ishee ibse.
(30) Dachii sana booda sirreesse.
(31) Ishee irraa bishaan isheetiifi biqiltuu ishee ni baase.
(32) Gaarreenis dachii irra ni dhaabe.
(33) Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe].
(34) Yeroo balaan guddoon (Qiyaamaan) dhufte,
(35) Guyyaa namni waan hojjate hunda yaadatu,
(36) (Guyyaa) ibiddi jahannam namuma arguuf mul'atte,
(37) Namni daangaa dabree,
(38) Jireenya addunyaa kanaa filate,
(39) Dhugumatti, teesson isaa jahannami.
(40) Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge,
(41) Dhugumatti, jannanni bakka qubannaa isaati.
(42) [Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu.
(43) Ati beekumsa ishee irraa maal keessa jirta?
(44) Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti.
(45) Dhugumatti, ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti.
(46) Isaan guyyaa ishee argan waan galgala tokko yookiin ganama tokko malee (addunyaa irra) hin turin itti fakkaata.



79 - An-Naazi'aat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
79 - An-Naazi'aat
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: