منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 77 - Al-Mursalaat

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

77 - Al-Mursalaat Empty
مُساهمةموضوع: 77 - Al-Mursalaat   77 - Al-Mursalaat Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:55 pm

77 - Al-Mursalaat
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1)   (Maleykota) wal hordoftuu ta'anii ergamaniinin kakadha.
(2)   (Bubbeewwan) humnaan bubbisuu bubbisaniinis;
(3)   (Bubbeewwan rooba) faffacaasuu facaasaniinis;
(4)   (Keeyyatoota haqaafi dhara) adda baasuu adda baasanittis;
(5)   (Malaykota) ergaa buuftotattis;
(6)   Sababaa dhabamsiisuuf yookiin akeekkachiisuuf jecha (kan buusanittin kakadha).
(7)   Wanti (Qiyaamaan) isin sodaachifamtan argamaadha.
(8) Yeroo urjiiwwan ifti ishee haqamte,
(9)   Yeroo samiinis babbanamte;
(10)   Yeroo gaarreenis (bakka irraa) bubuqqifamte,
(11)   Yeroo Ergamoonnis beellamaan walitii qabamte;
(12)   Guyyaa kamiif beellamaman?
(13)   Guyyaa addaan bahiinsaatiif (beellamaman)
(14)   Guyyaan Addaan bahiinsaa maal akka ta'e maaltu si beeksise?
(15)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e
(16)   Sila Nuti warra duraanii hin balleessinee?
(17)   Ergasiis warra boodaa isaan hordofsiifna.
(18)   Yakkamtootas akkanuma goona.
(19)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(20)   Sila Nuti bishaan dadhabaa (maniyyii) irraa isin hin uumnee?
(21)   Bakka mijaa'aa keessas isa goone.
(22)   Hanga yeroo beekamaatti
(23)   Ni shallagnes; nuti shallagdoota akkaan tole
(24)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(25)   Sila Nuti dachii kan hunda walitti qabdu hin taasifnee? 



77 - Al-Mursalaat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

77 - Al-Mursalaat Empty
مُساهمةموضوع: رد: 77 - Al-Mursalaat   77 - Al-Mursalaat Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:55 pm


(26)   Jiraafi du'aas (walitti qabdi)?
(27)   Gaarreen ragga'oo dhedheeraa ishee keessatti gooneBishaan mi'aawaas isin obaafne.
(28)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(29)   (Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa.
(30)   Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa."
(31)   Gaaddiseessaa miti; boba'aa ibiddaa irraas hin duroomsu
(32)   Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti.
(33)   Inni (qaanqechi) gaalota bobboora fakkaata.
(34)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(35)   Kun Guyyaa isaan hin dubbanneedha.
(36)   Rakkoo haa himataniif isaaniif hin eeyyamamu.
(37)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(38)   Kun guyyaa adda foo'amiinsaati; Isiniifi warra duraas walitti qabne.
(39)   Yoo tooftaa wahii qabaattan tooftaa Natti baafadhaa.
(40)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(41)   Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu.
(42)   Asheeta irraa waan fedhan (keessa taa'u).
(43) "Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu).
(44)   Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina.
(45)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(46)   (Addunyaa irratti) "nyaadhaa; xiqqoo qanani'aa; dhugumatti isin badii hojjattoota” (isaaniin jedhama).
(47)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(48)   Yeroo ‘salaataa’ isaaniin jedhames hin salaatanu.
(49)   Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaa'e.
(50)   Isaan ala haasawa kamitti amanu ree?



77 - Al-Mursalaat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
77 - Al-Mursalaat
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» Al-Mursalaat
» Al-Mursalaat
» Al-Mursalaat
» 77 - Al-Mursalaat
» 77 - Al-Mursalaat

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: