منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 75 - Al-Qiyaama

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

75 - Al-Qiyaama Empty
مُساهمةموضوع: 75 - Al-Qiyaama   75 - Al-Qiyaama Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:52 pm

75 - Al-Qiyaama
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Lakki! Guyyaa Qiyaamaatiinin kakadha.
(2) Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)
(3) Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa?
(4) Eeyyeen (walitti ni qabna)(Nuti) qubbeen isaatuu akka turanitti deebifnee sirreessuu irratti danda'oodha
(5) Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha.
(6) "Guyyaan Qiyaamaa yoomii?"gaafata.
(7) (Guyyaan sun) yeroo ijji dhamaatu.
(8) (Yeroo) jiini ifa dhabu (gaddiddaa’u)
(9) Aduufi jiinis walitti qabamu.
(10) Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha
(11) Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru.
(12) Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti.
(13) Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
(14) Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
(15) Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
(16) Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
(17) Dhugumatti, isa (onnee kee keessatti) walitti qabuufi isa dubbisuun kee nurra jira.
(18) .Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi
(19) Ergasii isa ibsuun Nurra jira.
(20) Dhugumatti, isin ariifattuu (duuniyaa) jaalattu.
(21) Aakhiraa ni dhiiftu
(22) Fuulli gariin Guyyaa san iftuudha
(23) Gara Gooftaa ishees ilaaltuudha
(24) Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha.
(25) Balaan guddaan ishee irratti raawwatamuu yaaddi. 



75 - Al-Qiyaama 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

75 - Al-Qiyaama Empty
مُساهمةموضوع: رد: 75 - Al-Qiyaama   75 - Al-Qiyaama Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:52 pm


(26) Dhaga’aa! Yeroo (lubbuun ba'uuf) kokkee bira geesse,
(27) (Yeroo) "eenyutu isa yaala?" jedhame,
(28) (Namni du'aa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda ba'uu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate;
(29) (Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte.
(30) Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti.
(31) Hin amanne; hin salaanne.
(32) Garuu kijibsiisee irraa gara gale.
(33) Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme
(34) Badiin siif haa ta’u! Ammas badiin!
(35) Sana booda badiin siif haa ta’u! Ammas badiin!
(36) Sila namni akkanumaan dhiifamuu yaadaa?
(37) Sila inni bishaan saalaa kan dhangalaafamu irraa ta'ee hin turree?
(38) Ergasii dhiiga ititaa ta'eeti (nama godhee) uumee guute.
(39) Isa irraas cimdii lama, dhiiraafi dhalaa, taasise
(40) Sila (Rabbiin akkas godhe) sun du'aa jiraachisuu irratti danda'aa mitii? 



75 - Al-Qiyaama 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
75 - Al-Qiyaama
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» Al-Qiyaama
» Al-Qiyaama
» Al-Qiyaama
» Al-Qiyaama
» 75 - Al-Qiyaama

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: