منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 70 - Al-Ma'aarij

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

70 - Al-Ma'aarij Empty
مُساهمةموضوع: 70 - Al-Ma'aarij   70 - Al-Ma'aarij Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:45 pm

70 - Al-Ma'aarij
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Adaba (kaafiroota irratti) argamaa ta'e kadhataan wahii kadhate.
(2) Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru.
(3) Rabbii Abbaa kortoowwanii ta'e irraa (argama)
(4) Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama ta'e keessatti gara Isaa ol koru.
(5) Obsa gaarii obsi.
(6) Isaan (adabicha) fagoo taasisanii isa ilaalu.
(7) Nuti immoo dhihootti isa argina.
(8) Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu.
(9) (Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu.
(10) (Guyyaa) firri fira hin gaafanne.
(11) Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa ba'ee jaalata.
(12) Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata);
(13) Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis;
(14) Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata).
(15) Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati.
(16) Buqqiftuu gogaa sammuuti.
(17) Nama (amantii irraa) duubatti deebi'ee, gara gale ni waamti.
(18) (Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)
(19) Dhugumatti, namni obsa dhabeessa ta'ee uumame.
(20) Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba).
(21) Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha.
(22) Warra sagadan malee;
(23) Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee);
(24) Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru,
(25) Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef, 



70 - Al-Ma'aarij 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

70 - Al-Ma'aarij Empty
مُساهمةموضوع: رد: 70 - Al-Ma'aarij   70 - Al-Ma'aarij Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:45 pm


(26) Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan,
(27) Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha).
(28) Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti.
(29) Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan,
(30) Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti.
(31) Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha.
(32) Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan,
(33) Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan,
(34) Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan.
(35) Warri sun jannata keessatti kabajamoodha.
(36) Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu?
(37) Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii.
(38) Sila namni isaan irraa ta'e hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa?
(39) Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne.
(40) Gooftaa Bahaafi Dhiha hedduutiinin kakadhaa! Nuti dhugumatti danda’oodha.
(41) Namoota isaan irra caalan bakka buusuu irratti (danda'oo dha)Nuti dadhabsiifamoo hin taane.
(42) Hanga Guyyaa isaaniif beellamame san qunnamanitti, (cubbuu keessa) seenanii haa taphatanii isaan dhiisi.
(43) Guyyaa qabrii irraa arifataa ba'an isaan waan gara taabotaa dhangala'an fakkaatu.
(44) Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa turaniidha. 



70 - Al-Ma'aarij 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
70 - Al-Ma'aarij
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: