منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 69 - Al-Haaqqa

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

69 - Al-Haaqqa Empty
مُساهمةموضوع: 69 - Al-Haaqqa   69 - Al-Haaqqa Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:43 pm

69 - Al-Haaqqa
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Mirkaneessituun,
(2) Mirkaneessituttiin maali?
(3) Mirkaneessituttiin maal akka taate maaltu si beeksise?!
(4) (Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru.
(5) Samuudis iyya daangaa darbaadhaan balleeffaman
(6) Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman.
(7) Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita
(8) Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa?
(9) Fir'awn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan.
(10) Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe.
(11) Nuti yeroo bishaan daangaa dabru doonii keessatti isin baanne.
(12) Akka ishee isiniif gorsa goonuufi gurri waa hubattus akka ishee hubattuuf (kana goone)
(13) Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamte,
(14) Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban,
(15) Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti.
(16) Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha.
(17) Maleeykonnis daangawwan ishee irratti ta'uArshii Gooftaa keetiis guyyaa san (maleeykota) saddeettu gubbaa isaaniitti baadhatu.
(18) Guyyaa san (murtiidhaaf) ni dhiyeeffamtuu, (iccitiin) dhokattuun isin irraa taate hin dhokattu.
(19) Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa.
(20) Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”
(21) Innis jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.
(22) Jannata ol fuudhamtuu keessa (ta'a).
(23) Kan firiiwwan ishee dhihoo ta'an;
(24) "Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama).
(25) Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee. 



69 - Al-Haaqqa 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

69 - Al-Haaqqa Empty
مُساهمةموضوع: رد: 69 - Al-Haaqqa   69 - Al-Haaqqa Emptyالسبت 24 سبتمبر 2022, 10:44 pm


(26) Qormaanni kiyya maal akka ta'es (odoon) beekuu hafee.
(27) Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa!
(28) Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne).
(29) Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha).
(30) Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa).
(31) Ergasii ibidda isa seensisaa
(32) Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama ta'e keessa isa seensisaa.
(33) Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture.
(34) Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture.
(35) Har’a asitti firri isaaf hin jiru.
firrii (jaalallee)
(36) Nyaannis malaa (warra ibiddaa) irraa malee hin jiru.
malaa (---)
(37) Warra dilaawoo malee isa hin nyaatu.
(38) Waan isin argitaniinis niin kakadha.
(39) Waan isin hin argineenis (niin kakadha).
(40) Dhugumatti, inni (Qur'aanni) jecha ergamaa kabajamaati.
(41) Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu.
(42) Jecha raagaatiis miti; xiqqoo malee hin gorfamtanu.
(43) Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha.
(44) Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee,
(45) Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre.
(46) Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre.
(47) Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru.
(48) Innis (Qur'aanni) warra Rabbiin sodaataniif gorsa.
(49) Dhugumatti isin irraa namoonni (Qur'aana) sobsiisan akka jiran Nuti ni beekna.
(50) Inni (Qur'aanni) kaafiroota irratti gaabbiidha.
(51) Dhugumatti, inni (Qur'aanni) dhugaa mirkanaa’aadha.
(52) Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi. 



69 - Al-Haaqqa 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
69 - Al-Haaqqa
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» 69 - Al-Haaqqa
» 69 - Al-Haaqqa
» 69. Al-Haaqqa
» Al-Haaqqa
» Al-Haaqqa

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: