منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers (إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..) |
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)
(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.
يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.
|
|
| 56 - Al-Waaqia | |
| | كاتب الموضوع | رسالة |
---|
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn مؤسس ومدير المنتدى
عدد المساهمات : 52644 العمر : 72
| موضوع: 56 - Al-Waaqia الجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:34 pm | |
| 56 - Al-Waaqia Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin (1) Yeroo argamtuun (Qiyaamaan) argamte, (2) Argama isheetiif kijibni hin jirtu. (3) Gadi qabduu, ol fuutuudha. (4) Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte, (5) (Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte, (6) Dhukkee facaafamtuus taate, (7) (Yeroo) Isinis garee sadi taatan, (8) (Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)! (9) (Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)! (10) (Gareen sadaffaa) Isaan gara toltuutti dursitoota dursoodha. (11) Isaan (Rabbitti) dhiheeffamoota. (12) Jannata qananii keessatti ta’u. (13) Warra duraa irraa baay’eedha. (14) Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha. (15) Sireewwan dhawamte irratti ta’u. (16) Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu. (17) Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a (18) Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een. (19) Isii irraa hin bowwaafatan; hin machaa’anis. (20) Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u). (21) Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin (22) Dubra adaadii ija babal’ootu (isiniif jira.) (23) Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan. (24) Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone). (25) Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an. |
| | | أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn مؤسس ومدير المنتدى
عدد المساهمات : 52644 العمر : 72
| موضوع: رد: 56 - Al-Waaqia الجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:35 pm | |
| (26) “Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an). (27) Warri mirgaa; warra mirgaa waa’een isaanii akkam tola! (28) (Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu. (29) Muuza firiidhaan guutame (keessa jiraatu). (30) Gaaddisa diriirfamaa (keessa). (31) Bishaan dhangala’u (keessa). (32) Fuduraalee baay’ee (keessa). (33) Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa). (34) Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu.) (35) Dhugumatti, Nuti (dubartoota jannataa) uuminsa isaan uumne. (36) Dubroota isaan goone. (37) Jaallattoota (abbaa manaa), kan hiriyoota ta’an (isaan goone). (38) Warra mirgaatiif (qophaa’an). (39) Hedduun (isaanii) warra duraa irraayi. (40) Warra boodaa irraahis baay’eedha. (41) Warri bitaa; warri bitaa akkam (fokkatu)! (42) Ibidda laalessaafi bishaan danfaa keessa jiraatu. (43) Gaaddisa aara gurraacha irraa ta’e keessa. (44) (Gaaddiisa) qabbanaa’aa hin ta’iniifi gaariis hin ta’in. (45) Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan. (46) Dilii guddaa itti fufu turan. (47) “Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan (48) “Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan). (49) “(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin (50) Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru.
|
| | | أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn مؤسس ومدير المنتدى
عدد المساهمات : 52644 العمر : 72
| موضوع: رد: 56 - Al-Waaqia الجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:35 pm | |
| (51) Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa! (52) Muka Zaqquum irraa nyaatoodha. (53) Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha. (54) Isa irrattis bishaan danfaa dhugoodha. (55) Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu. (56) Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti. (57) Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine? (58) Waan (maniyyii) dhangalaaftan san mee naaf himaa? (59) Sila isintu isa uumamoo? Nutu uumoo dha? (60) Nutu du’a gidduu keessanitti murteesseNuti dadhabsiifamoo miti. (61) Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu irratti (dadhaboo miti). (62) Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne? (63) Mee waa’ee waan facaaftanii naaf himaa! (64) Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha? (65) Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan. (66) “Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu). (67) “Lakkisaa; nuti dhorgamoodha” (waliin jettu). (68) Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa? (69) Sila duumessa irraa isintu isa buusee? Moo Nutu (isa) buusoo dha? (70) Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne? (71) Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa? (72) Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha? (73) Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone. (74) Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi. (75) Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha
|
| | | أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn مؤسس ومدير المنتدى
عدد المساهمات : 52644 العمر : 72
| موضوع: رد: 56 - Al-Waaqia الجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:36 pm | |
| (76) Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha. (77) Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha. (78) Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira. (79) Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu. (80) Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha. (81) Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan? (82) (Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii? (83) Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)? (84) Odoo yeroo san isin ilaaltanuu, (85) Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra. (86) Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa). (87) Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu? (88) Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e, (89) (Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira. (90) Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo, (91) Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama) (92) Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo, (93) Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira. (94) Jahiim seenuutu isaaf jira. (95) Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha. (96) Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi (qulqulleessi).
|
| | | | 56 - Al-Waaqia | |
|
مواضيع مماثلة | |
|
| صلاحيات هذا المنتدى: | لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
| |
| |
| |
|