منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 51 - Adh-Dhaariyat

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

51 - Adh-Dhaariyat Empty
مُساهمةموضوع: 51 - Adh-Dhaariyat   51 - Adh-Dhaariyat Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:23 pm

51 - Adh-Dhaariyat
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin  
(1) (Qilleensa) bubbisuu bubbiftuunin kakadha.
(2) (Duumessa bishaan) ulfaataa baadhattuunis.
(3) (Dooniwwan) haala salphaan (bishaan gubbaa) yaa’aniinis.
(4) (Maleykota) ajaja (Rabbii) raabsaniinis.
(5)   Wanti isin beellamamtan dhugaadha.
(6) (Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha.
(7) Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe.
(8) Dhugumatti, isin yaada wal dhadhabaa keessa jirtu.
(9)   Kan namni haqa irraa garagalfamu ittiin garagalfamuudha.
(10) Sobdoonni abaaramaniiru.
(11) Isaan sun wallaaluma keessatti kan of dagataniidha.
(12) “Guyyaan mindaa yoomi?” (jechuun) gaafatu.
(13) (Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha.
(14) “Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama).
(15) Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu.
(16) Waan Gooftaan isaanii isaaniif kenne fudhachaa (jiraatu)Isaan sana dura toltuu hojjattoota turan.
(17) Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan.
(18) Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha.
(19) Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha.
(20) Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru.
(21) Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu?
(22) Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira.
(23) Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti.
(24) Seenaan keessummaa Ibraahiim kabajamoo ta’anii sitti dhufeeraa?
(25) Yeroo isa irratti seenanii “Nagaa (si irratti buufna)” jedhan[Inni] “nageenyi (isin irras haa jiraatu); isin namoota ani hin beekneedha” jedheen.



51 - Adh-Dhaariyat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

51 - Adh-Dhaariyat Empty
مُساهمةموضوع: رد: 51 - Adh-Dhaariyat   51 - Adh-Dhaariyat Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:24 pm


(26) Ergasii gara maatii isaa deebi’eeti mirgoo (jibicha) gabbataan dhufe.
(27) Isaanitti dhiyeesseeti “sila hin nyaattanuu?” jedhe.
(28) Ergasii (yeroo nyaachuu dhabuu isaanii argu) isaan irraa sodaan isa qabeIsaan “hin sodaatin” jedhaniinIlma beekumsa qabuunis isa gammachiisan.
(29) Sana booda niitin isaa sagalee ol fuudhamaan haasa’aa dhufteFuula ishee dhadhayaa “Ani jaartii manguddoo maseena hoo (akkamittin daha)!” jette
(30) (Ibraahiim) ni jedhe: “Yaa ergamootaa! Dhimmi keessan maali?”
(31) (Ibraahiim) ni jedhe: “Yaa ergamootaa! Dhimmi keessan maali?”
(32) [Isaan] ni jedhan: “Nuti gara ummata yakkamtootaa ergamne.
(33) Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”
(34) Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen.
(35) Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne.
(36) Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin argine.
(37) Warra adabbii laalessaa sodaataniif ishee keessatti mallattoo hambifnee jirra.
(38) (Seenaa) Muusaa keessas yeroo ragaa ifa ba’aan gara Fir’awnitti isa ergine (mallattoo goonee jirra).
(39) Innis (Fir’awnis) humna waraanaa isaa waliin (dhugaa irraa) gara galee “(Muusaan) falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhe.
(40) Isaafi waraana isaas haala komatamaa ta’een qabnee galaana keessatti isaan darbine
(41) (Seenaa) Aad keessas, yeroo qilleensa maseenaa isaan irratti ergine (mallattootu jira).
(42) Waan isa irra dhufte tokkoyyuu akka lafee dhumee isa gootu malee hin dhiiftu.
(43) (Seenaa) Samuud keessas, yeroo hanga murtaa’e tokko qanani’aa isaaniin jedhame (mallattootu jira).
(44) Ajaja Gooftaa isaanii irraa ni boonanOdoo isaan ilaalanuu iyyansi (dhumti) isaan qabatte.
(45) Ergasii dhaabbachuu hin dandeenye; tumsamoos hin taane.
(46) Ummata Nuuhis san dura (ballessinee jirra)Dhugumatti, isaan ummata finciltoota turan.
(47) Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha.
(48) Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle!
(49) Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne.
(50) Gara Rabbii baqadhaaAni Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha. 



51 - Adh-Dhaariyat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

51 - Adh-Dhaariyat Empty
مُساهمةموضوع: رد: 51 - Adh-Dhaariyat   51 - Adh-Dhaariyat Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 9:24 pm


(51) Allaah wajjinis gabbaramaa biraa hin taasisinaaAni Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha.
(52) Akkasuma, ergamaan tokkos warra isaan dura turanitti hin dhufne, yoo isaan “falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhaniin malee
(53) Sila (sobsiisuu kana) waliif dhaamanii? Lakkisaa, isaanumatu ummata daangaa dabroodha.
(54) Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti.
(55) Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii.
(56) Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne.
(57) Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu.
(58) Rabbiin Isatu akkaan soorata kennaa, abbaa humna cimaati.
(59) Dhugumatti, miidhaa raawwattootaaf qooda adabaa kan akka adabbii fakkaattota isaaniitu jiraafii akka Nan jarjarfanne.
(60) Warra kafaraniif guyyaa isaanii kan beellama godhaman keessatti badiin isaaniif mirkanaa’eera.



51 - Adh-Dhaariyat 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
51 - Adh-Dhaariyat
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1
 مواضيع مماثلة
-
» Adh-Dhaariyat
» Adh-Dhaariyat
» Adh-Dhaariyat
» Adh-Dhaariyat
» Adh-Dhaariyat

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: