منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers

(إسلامي.. ثقافي.. اجتماعي.. إعلامي.. علمي.. تاريخي.. دعوي.. تربوي.. طبي.. رياضي.. أدبي..)
 
الرئيسيةالأحداثأحدث الصورالتسجيل
(وما من كاتب إلا سيبلى ** ويبقى الدهر ما كتبت يداه) (فلا تكتب بكفك غير شيء ** يسرك في القيامة أن تراه)

IZHAR UL-HAQ

(Truth Revealed) By: Rahmatullah Kairanvi
قال الفيلسوف توماس كارليل في كتابه الأبطال عن رسول الله -صلى الله عليه وسلم-: "لقد أصبح من أكبر العار على أي فرد مُتمدين من أبناء هذا العصر؛ أن يُصْغِي إلى ما يظن من أنَّ دِينَ الإسلام كَذِبٌ، وأنَّ مُحَمَّداً -صلى الله عليه وسلم- خَدَّاعٌ مُزُوِّرٌ، وآنَ لنا أنْ نُحارب ما يُشَاعُ من مثل هذه الأقوال السَّخيفة المُخْجِلَةِ؛ فإنَّ الرِّسَالة التي أدَّاهَا ذلك الرَّسُولُ ما زالت السِّراج المُنير مُدَّةَ اثني عشر قرناً، لنحو مائتي مليون من الناس أمثالنا، خلقهم اللهُ الذي خلقنا، (وقت كتابة الفيلسوف توماس كارليل لهذا الكتاب)، إقرأ بقية كتاب الفيلسوف توماس كارليل عن سيدنا محمد -صلى الله عليه وسلم-، على هذا الرابط: محمد بن عبد الله -صلى الله عليه وسلم-.

يقول المستشرق الإسباني جان ليك في كتاب (العرب): "لا يمكن أن توصف حياة محمد بأحسن مما وصفها الله بقوله: (وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِين) فكان محمدٌ رحمة حقيقية، وإني أصلي عليه بلهفة وشوق".
فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ على سائر البُلدان، كما فَضَّلَ بعض الناس على بعض والأيام والليالي بعضها على بعض، والفضلُ على ضربين: في دِينٍ أو دُنْيَا، أو فيهما جميعاً، وقد فَضَّلَ اللهُ مِصْرَ وشَهِدَ لها في كتابهِ بالكَرَمِ وعِظَم المَنزلة وذَكَرَهَا باسمها وخَصَّهَا دُونَ غيرها، وكَرَّرَ ذِكْرَهَا، وأبَانَ فضلها في آياتٍ تُتْلَى من القرآن العظيم.
المهندس حسن فتحي فيلسوف العمارة ومهندس الفقراء: هو معماري مصري بارز، من مواليد مدينة الأسكندرية، وتخرَّجَ من المُهندس خانة بجامعة فؤاد الأول، اشْتُهِرَ بطرازهِ المعماري الفريد الذي استمَدَّ مَصَادِرَهُ مِنَ العِمَارَةِ الريفية النوبية المَبنية بالطوب اللبن، ومن البيوت والقصور بالقاهرة القديمة في العصرين المملوكي والعُثماني.
رُبَّ ضَارَّةٍ نَافِعَةٍ.. فوائدُ فيروس كورونا غير المتوقعة للبشرية أنَّه لم يكن يَخطرُ على بال أحَدِنَا منذ أن ظهر وباء فيروس كورونا المُستجد، أنْ يكونَ لهذه الجائحة فوائدُ وإيجابيات ملموسة أفادَت كوكب الأرض.. فكيف حدث ذلك؟!...
تخليص الإبريز في تلخيص باريز: هو الكتاب الذي ألّفَهُ الشيخ "رفاعة رافع الطهطاوي" رائد التنوير في العصر الحديث كما يُلَقَّب، ويُمَثِّلُ هذا الكتاب علامة بارزة من علامات التاريخ الثقافي المصري والعربي الحديث.
الشيخ علي الجرجاوي (رحمه الله) قَامَ برحلةٍ إلى اليابان العام 1906م لحُضُورِ مؤتمر الأديان بطوكيو، الذي دعا إليه الإمبراطور الياباني عُلَمَاءَ الأديان لعرض عقائد دينهم على الشعب الياباني، وقد أنفق على رحلته الشَّاقَّةِ من مَالِهِ الخاص، وكان رُكُوبُ البحر وسيلته؛ مِمَّا أتَاحَ لَهُ مُشَاهَدَةَ العَدِيدِ مِنَ المُدُنِ السَّاحِلِيَّةِ في أنحاء العالم، ويُعَدُّ أوَّلَ دَاعِيَةٍ للإسلام في بلاد اليابان في العصر الحديث.

أحْـلامٌ مِـنْ أبِـي (باراك أوباما) ***

 

 44 - Ad-Dukhaan

اذهب الى الأسفل 
كاتب الموضوعرسالة
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

44 - Ad-Dukhaan Empty
مُساهمةموضوع: 44 - Ad-Dukhaan   44 - Ad-Dukhaan Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 8:29 pm

44 - Ad-Dukhaan
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Haa Miim.
(2) Kitaaba addeessaa ta’eenin (kakadha).
(3) Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra.
(4) Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama,
(5) Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra
(6) Rahmata Gooftaa kee irraa ta’eef (buufne)Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha.
(7) (Rahmata) Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaan lamaanii irraa ta’eetiYoo kan dhugoomsitan taataniif (kana hubadhaa).
(8) Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruNi jiraachisa; ni ajjeessas(Inni) Gooftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan kan jalqabaati.
(9) Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu.
(10) Kanaafuu, guyyaa samiin aara ifa ba’aan dhuftu (waan isaan mudatu) eegi.
(11) (Aarri kun) namoota haguugaKun adabbii laalessaadha.
(12) (Kaafiroonni yeroo adabicha argan) “Gooftaa keenya! Adabicha nurraa kaasi nuti ni amannaa” (jedhu).
(13) Odoo ergamaan ifa baasaan isaanitti dhufee jiruu, (erga adabaatii) gorfamuun akkamitti isaaniif jiraata?
(14) Ergasii isa irraa gara galanii “(Inni) barsiifamaa maraatuudha” jedhan.
(15) Nuti yeroo gabaabaaf adabbii saaqoodha; Isin (kufriitti) deebi’oodha.
(16) Guyyaa qabaa guddaa qabnu Nuti haaloo bahatoodha.
(17) Dhugumatti, Nuti isaan dura ummata Fir’awni mokkorree jirraErgamaan kabajamaanis isaanitti dhufe.
(18) “Ani isiniif ergamaa amanamaadhaa, gabroota Rabbii gara kiyya kennaa!” jechuun (isaanitti dhufe).
(19) “Rabbi irratti hin booninaa; ani ragaa ifa ta’een isinitti dhufaadha” jachuunis.
(20) “Ani akka dhagaan tumtanii nan ajjeefne Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin maganfadhe.
(21) Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”
(22) Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe).
(23) (Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota.
(24) Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”
(25) Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan.



44 - Ad-Dukhaan 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

44 - Ad-Dukhaan Empty
مُساهمةموضوع: رد: 44 - Ad-Dukhaan   44 - Ad-Dukhaan Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 8:29 pm


(26) Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis.
(27) Qananii ishee keessatti gammadaa turanis.
(28) Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne.
(29) Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre.
(30) Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne.
(31) Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera.
(32) Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne.
(33) Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine.
(34) Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu:
(35) “Du’a keenya kan jalqabaa malee isheen (biraa) hin jirtuNuti (kana booda) hin kaafamnu.
(36) Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”
(37) Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? Isaan yakkamtoota taanaan isaan balleessine.
(38) Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne.
(39) Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu.
(40) Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati.
(41) Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha.
(42) Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha.
(43) Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’
(44) Nyaata dilaawaati.
(45) Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa.
(46) Akka danfuu bishaan ho’aatti.
(47) (Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa.
(48) Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa.
(49) Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee!
(50) Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama). 



44 - Ad-Dukhaan 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn
مؤسس ومدير المنتدى
أحمد محمد لبن Ahmad.M.Lbn


عدد المساهمات : 52644
العمر : 72

44 - Ad-Dukhaan Empty
مُساهمةموضوع: رد: 44 - Ad-Dukhaan   44 - Ad-Dukhaan Emptyالجمعة 23 سبتمبر 2022, 8:29 pm


(51) Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa.
(52) Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa.
(53) Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu
(54) Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne
(55) Achi keessattis nagaa ta’anii fuduraalee hunda waammatu.
(56) Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse.
(57) Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha
(58) Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne.
(59) (Waan isaan mudatu) eegi; isaanis eegoodha.



44 - Ad-Dukhaan 2013_110
الرجوع الى أعلى الصفحة اذهب الى الأسفل
https://almomenoon1.0wn0.com/
 
44 - Ad-Dukhaan
الرجوع الى أعلى الصفحة 
صفحة 1 من اصل 1

صلاحيات هذا المنتدى:لاتستطيع الرد على المواضيع في هذا المنتدى
منتديات إنما المؤمنون إخوة (2024 - 2010) The Believers Are Brothers :: (English) :: The Holy Quran is translated :: Oromo-
انتقل الى: