108 - Al-Kawthar
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
(1) Nuti dhugumatti, tola guddaa siif kennineerra.
(2) Gooftaa keetiif sagadii isaaf qali.
(3) Dhugumatti, kan si jibbu isuma kan qaccee cite (kheyrii hunda irraa cite).